26/04/2026
๐๐จ๐ญ๐ก๐๐ซ๐๐จ๐๐ซ๐ (๐๐๐๐ณ๐๐ซ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ข๐ข) ykn 'Gabatee Haadhoo' qaama bu'uuraa fi utubaa sirna kompiitaraa ti. Inni akka lafee dugdaa (backbone) ykn onnee kompiitaraatti ilaalama. Qaamoleen kompiitaraa hundi (hardiweerri) kallattiinis ta'ee karaa keebilii motherboard irratti qabamu.
As gaditti ibsa bal'aa hojii fi kutaalee motherboard isiniif dhiyeesseera:
๐๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ฃ๐จ๐จ ๐๐จ๐ญ๐ก๐๐ซ๐๐จ๐๐ซ๐
=>>๐๐๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ (๐๐ง๐ญ๐๐ซ๐๐จ๐ง๐ง๐๐๐ญ๐ข๐จ๐ง): Qaamolee kompiitaraa garaagaraa kanneen akka CPU, RAM, fi Hard Disk walitti quunnamsiisa. Isaan kunis waliin akka dubbatanii fi sirnaan akka hojjetan taasisa.
=>>๐๐ฎ๐ฆ๐ง๐ ๐๐๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ (๐๐จ๐ฐ๐๐ซ ๐๐ข๐ฌ๐ญ๐ซ๐ข๐๐ฎ๐ญ๐ข๐จ๐ง): Humna ibsaa (Elektirikii) Power Supply irraa dhufu fudhachuun, gara qaamolee kompiitaraa hundatti hamma isaan barbaadanitti safaree raabsa.
=>>๐๐๐๐ญ๐๐ ๐๐๐๐๐ซ๐ฌ๐ฎ๐ฎ (๐๐๐ญ๐ ๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ง๐ข๐๐๐ญ๐ข๐จ๐ง):Qaamolee gidduutti odeeffannoon (data) akka saffisaan deddeebi'uuf daandii ta'uun tajaajila.
๐๐ฎ๐ญ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐จ๐ญ๐ก๐๐ซ๐๐จ๐๐ซ๐ ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ง
Maazarboordiin tokko iddoowwan (slots/ports) qaamoleen biroo itti galan hedduu qaba:
=>>1.๐๐๐ ๐๐จ๐๐ค๐๐ญ (๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ๐ฌ๐๐ฌ๐๐ซ๐ข๐ข):Iddoo sammuun kompiitaraa (Processor ykn CPU) itti taa'u ykn dhaabatuudha. Kompiitaraaf qaama baay'ee murteessaa dha.
=>>๐.๐๐๐ ๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ฌ (๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ฆ๐จ๐ซ๐ข๐ข):Iddoo kuusaan yeroo (RAM - Random Access Memory) itti galuudha. Kunis kompiitarri keessan saffisaan akka hojjetuuf gargaara.
=>>๐.๐๐ญ๐จ๐ซ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ง๐ง๐๐๐ญ๐จ๐ซ๐ฌ (๐๐๐๐ / ๐๐๐๐ ๐๐จ๐ซ๐ญ๐ฌ):Iddoo meeshaaleen kuusaa dhaabbataa kanneen akka Hard Disk Drive (HDD) ykn Solid State Drive (SSD) itti qabaman.
=>>๐.๐๐ฑ๐ฉ๐๐ง๐ฌ๐ข๐จ๐ง ๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ฌ (๐๐๐๐ ๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ฌ): Iddoo kaardiiwwan dabalataa itti galaniidha. Fakkeenyaaf, yoo dandeettii viidiyoo ykn geemii taphachuu kompiitara keessanii dabaluu barbaaddan, Graphics Card as irratti galchitu.
=>>๐.๐๐๐๐ค ๐๐๐ง๐๐ฅ ๐๐จ๐ซ๐ญ๐ฌ (๐๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ฅ๐๐): Kanneen kun duuba kompiitaraa irratti kan mul'atan yoo ta'u, meeshaalee alaa itti qabsiisuuf fayyadu. Fakkeenyaaf:
๐๐๐ ๐๐จ๐ซ๐ญ๐ฌ:Flash drive, kiiboordii, fi maawusii itti qabsiisuuf.
๐๐ญ๐ก๐๐ซ๐ง๐๐ญ ๐๐จ๐ซ๐ญ: Keebilii interneetii (Network) itti galchuuf.
๐๐ฎ๐๐ข๐จ ๐๐จ๐ซ๐ญ๐ฌ: Ispiikerii ykn hedisetii itti qabsiisuuf.
๐๐ข๐ฌ๐ฉ๐ฅ๐๐ฒ ๐๐จ๐ซ๐ญ๐ฌ (๐๐๐๐, ๐๐๐, ๐๐ข๐ฌ๐ฉ๐ฅ๐๐ฒ๐๐จ๐ซ๐ญ):Monitarii (Iskiriinii) kompiitaraa itti Walitti Qunnamsiisuuf.
=>>๐.๐๐๐๐ ๐๐ก๐ข๐ฉ ๐๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐ญ๐ญ๐๐ซ๐ฒ:
๐๐๐๐: Sooftiweeriin bu'uuraa yeroo kompiitarri banu (start) ta'u qaamolee hunda qoratu as keessatti kuufama.
๐๐๐๐ ๐๐๐ญ๐ญ๐๐ซ๐ฒ: Baatirii xiqqaattii geengoo sa'aatii, guyyaa, fi seetingiiwwan bu'uuraa yeroo kompiitarri cufamu illee akka hin badne eegduudha.
Cuunfaa:
Gabaabumatti, motherboard jechuun lafa waltajjii qaamoleen kompiitaraa hundi irratti wal-arganii fi waliin hojjetaniidha. Yoo inni miidhame ykn gubate, qaamoleen biroo hangam haaraa ykn saffisaa ta'anillee kompiitarichi guutummaatti hojii dhaaba.
Galatooma Barnoota Kana Share Tasiisaa Hiriyoottan Keessaniif
ยฉ๏ธAdu Technology
2026