Waajjira Abbaa Taaytaa Daandiwwan Aanaa Xuulloo

Waajjira Abbaa Taaytaa Daandiwwan Aanaa Xuulloo State-run agency

Suphaan daandii Gujee- Xuulloo haala komii hawaasaa bu'ura irraa furuun hojjatamaa jira.
18/03/2021

Suphaan daandii Gujee- Xuulloo haala komii hawaasaa bu'ura irraa furuun hojjatamaa jira.

Kuni DOZARAN osoo hin taane Humna Namaatiin hojjatame.Qindoominni jirannaan wanti hin hojjatamne hin jiru.Daandii Aradda...
27/02/2021

Kuni DOZARAN osoo hin taane Humna Namaatiin hojjatame.
Qindoominni jirannaan wanti hin hojjatamne hin jiru.
Daandii Araddaa waltahii fi kannissa walqunnamsiisu KM 2.5 Hirmaannaa Ummataa Araddaa waltahiitiin Hojjatamaa kan jiruudha.Bulchaan Araddaa wal-tahii Obbo Toofiq Mahammad akka jedhanitti daandii gandaa fi ganda wal-qunnamsiisu hawaasa hirmaachisuun hojjachaa kan jirrudha jedhan.

Suphaa sarara daandii gujee-xuulloo
25/02/2021

Suphaa sarara daandii gujee-xuulloo

Daandiin bu,ura misoomaati.
24/02/2021

Daandiin bu,ura misoomaati.

"Godina harargee lixas'''' Aanaa xuullaa" projectiins sarara daandii  Lubbudhaqqab-Gammachiis KM 10.5 bara 2012 hojii ij...
22/02/2021

"Godina harargee lixas''
'' Aanaa xuullaa"
projectiins sarara daandii Lubbudhaqqab-Gammachiis KM 10.5 bara 2012 hojii ijaarsaa daandii dhaabbata TAWBOS Construction jedhamuun eegale hojii isaa yeroo keennameef keessatti qulqullinaa fi saffisaan xummuruuf hojjechaa kan jiraniidha.Rakko bulchiinsa gaarii furuuf WATDA/xuulloo miira yeroo hin qabneetiin deggarsaa fi hordoffii barbaachisu hunda kan taasisaa jirruu fi daandii sadarkaa isaa eggate akka hojjatamuuf deggarsa barbaachisu hunda gochaa kan jirruudha.Waan hin xumuramne hin egallu,kan egallee miira yeroo hin qabneetiin hojjannee yeroo jedhame keessati xumurree gaafii hawaasaa deebisna!!!!!

Daandiin keenya Ida,amuu galme keenya badhadhina.
21/02/2021

Daandiin keenya Ida,amuu galme keenya badhadhina.

Badhahina tokkon tokkoon maatii fiduuf daandiin murteessadha.
21/02/2021

Badhahina tokkon tokkoon maatii fiduuf daandiin murteessadha.

21/02/2021

Waan hin xumuramne hin eegallu,kan jalqabne miira yeroo hin qabneetiin hojjannee xumurra.
=========================
Kun sarara daandii Lubbudhaq-Gammachiis

Address

Oromia Region

Telephone

+251980288084

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Taaytaa Daandiwwan Aanaa Xuulloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share