Lafaa fi Lafee Oromiyaa

Lafaa fi Lafee Oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lafaa fi Lafee Oromiyaa, Landscape Company, Addis Ababa.

20/04/2025

What is Geographic Information System?

Do you want to know?

20/04/2025

Raayyaa jechuun maal jechuudhaa?

25/03/2025

Fuula kana hordofaa wayifan jedhee!

26/02/2025

"Abbaan biyyaa Oromoodha" jechuu qofaan abbaa biyyummaa hin mirkaneeffannu.

Maal malee; Hojjechuu, Beeksisuu fi falmachuu qabna!

29/12/2024

Warri Fb kana irraa iyyaa ooltuu Uummataaf quuqamtee isinitti hin fakkaatin.
Maxxantuudha. Firfaarii nyaachuuf dhiiga namaatiin taphatti.

Eenyu irraa iyyuu homaa hin eeginaa. Akkaataa amantiikeetti Waaqakee kadhadhu!

Kanuma

04/07/2024

Sagalee koo🤔
Ummanni lixa oromiyaa ammayyuu dararaa hamtuu keessa jira. Caasaan mootummaa baadiyyaaf tajaajila guutuu kennaa hin jiru. Keessumaa tajaajila fayyaa, qonnaa fi kkf. Yeroo ammaa kana weerarri busaa hamaatu jira. Keessa ba'ee uummanni beela'ee rakkatee hin beekne gaafa haala kanaan miidhamu arguun warra saba ofii ija wal qixaan ilaaluuf dhukkubbii hamaadha. Ani deemeen ijaan arge. Uummanni Oromoo keessumaa lixi Oromiyaa erga gidiraa hamtuu seenee waggoota hedduu ta'us inni waggaa 6 asiimmoo hammaataadha. Uummata fira hin qabne dhihaa barii adamfamee ajjeefamaa fi buqqa'aa oola.
Inni gamarraa du'us, kan gamanaa du'ud Tolaafi Tolosaa, Toltuu fi Badhaatuu dha. Kun immoo deddeebinee warra gumaa wal gochuudha.

KANAAF falli waaraan, wal tuffii malee
yoomuu araarri hunda hammatee fi dhugaarratti bu'uureffame fala.

By

25/11/2023

Osoo iddoo tokko hin deemin dura odeeffannoo naannoo sanaa beekuun baay'ee barbaachisaadha.

Odeeffannoo argachuuf waan feetan nu gaafadhaa!

     Ganjiin eessatti argamti?Biyya =  Naannoo =  Godina =    Maqaa Aanaa =  Bal'ina(hektaaraan) =  Magaalaa =  Baayina ...
24/11/2023



Ganjiin eessatti argamti?
Biyya =
Naannoo =
Godina =
Maqaa Aanaa =
Bal'ina(hektaaraan) =
Magaalaa =
Baayina Gandootaa = #20
Fageenya Finfinee irraa ~
Fageenya Godina irraa ~

Irratti kan argamtu yeroo ta'u, Ganjiin dachee badhaatuu waan hundaa kan taateedha.
Fknf, , dureettiidha. Ganjii waliin haa misoomsinu.

Hub! Kaartaan 'shapefile' 2013 irraa kan hojjetame yeroo ta'u, toora interneetaa irra kan arganne waan ta'eef dogoggorri yoo jiraate nu oofkalchaa.

Yaada keessan nuuf qoodaa!

Sadaasa 14/2016

14/11/2023

Milkaa'uuf jirra!

   'ibsiisaaWaan amanuuf namatti ulfaatu!Dubartiin kun lammii Naayijeeriyaa yommuu taatu yeroo tokkotti daa'ima sagal(9)...
25/10/2023

'ibsiisaa

Waan amanuuf namatti ulfaatu!

Dubartiin kun lammii Naayijeeriyaa yommuu taatu yeroo tokkotti daa'ima sagal(9) deesse

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lafaa fi Lafee Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share