22/12/2025
🥇 RANKED #1: GEBECON is Africa’s Best!
We are thrilled to share that Gemshu Beyene Construction PLC has officially won the Grand African Organizational and Leadership Award for Best Construction Company! 🏆
From major asphalt road, buildings, Hotels and resorts, real estate, water irrigation projects, to complex infrastructure, our mission has always been excellence. This award belongs to our dedicated team and our visionary founder, Ato Gemshu Beyene, whose leadership continues to inspire us to reach new heights.
Thank you to the Grand African Award Organization for this incredible honor. We are more motivated than ever to continue building the roads and infrastructure that drive our economy forward! 🛣🏗
"GEBECON" Filatamaa Afrikaati!
Dhaabbatni Ijaarsaa Gamshuu Bayyanaa I/G/I/K/Murtaa’e badhaasa Dhaabbata “Grand Africa Organizational and leadership award” irraa dhaabbata Ijaarsa Guddaa Afrikaa jedhamee filatamuun sadarkaa Diyaamadiin badhaafameera.
Pirojektoota daandii asfaaltii, Gamoowwan, Hoteelotaa fi Rizortii, ijaarsa manneen jireenyaa (Real estate) fi Jallisiiwwan bishaanii gurguddoo irraa kaasee hanga bu’uuraalee misoomaa walxaxaa ta’etti hojjechuun kan beekamu, piroojektoota adda addaa xumuruun gahumsa olaanaa kan agarsiisaa turedha.
Dhaabbatni Ijaarsaa Gamshuu Bayyanaa I/G/I/K/Murtaa’e Badhaasa “Grand Africa Organizational and leadership award” injifachuu keenyaaf Hundeessaa fi abbaa qabeenyaa Obbo Gamshuu Bayyanaa fi hojjettoota dhaabbata keenyaa GEBECON kanaan gahaniif galatni isaaniif mala.
Kabaja ajaa'ibaa kanaaf Dhaabbanni “Grand Africa Organizational and leadership award” galatoomaa. 🛣🏗