Duge Electrical works

Duge Electrical works what is science and technology? how we understand?

29/03/2021

Akkamiin iftuu ykn laampiiwwan lamaa fi isaa ol iswiichiiwwan afurii fi isaa oliin bakka adda addaatii to'achuu dandeenyaa? Viidiyoo qabadheen deebi'a na eegaa!

What is intermediate switch? How to control two lamps in four different places
29/03/2021

What is intermediate switch? How to control two lamps in four different places

23/03/2021

Riileyiin elekrikaa akkamiin hojjetaa? kan jedhuuf viidiyoo gabaabduu kana hordofaa. Yoo sinitti tole share like gochuun yaada keessan comment gochuu hin dagatiinaa!

18/03/2021
18/03/2021

Kontaaktariin elektirikaa akkamiit hojjeta kan jedhuuf fkn viidiyoo kan hordofaa like share comment godhaa.

Kontaaktariin elektirikaa maali?Akkamiin hojjetaa?kontaaktarii sistema keenyaaf ta'u akkamiin filannaa?viidiyoo qabadhee...
17/03/2021

Kontaaktariin elektirikaa maali?
Akkamiin hojjetaa?
kontaaktarii sistema keenyaaf ta'u akkamiin filannaa?
viidiyoo qabadheen deebi'a.

17/03/2021

what is science and technology? how we understand?

15/03/2021

Akkuman waadaa isinii galee akkamiin elektrika safarra kan jedhu viidiyoo gabaabduu kana akka caaqafta isin affera yoo sinitti tole like sher gadhaa yaada keessan coment jalati naaf dhiisaa galatoomaa.

11/03/2021

Meeshaalee elektirikaa akkamiin safarraa?
How we test electric materials?
What is voltage measurement and how we measure?
What is current measurement and how we measure?
How test continuity and how?
fi kan fakkatan ilaachisuudhaan barumsa hojiin/ practical ta'e xiqqoo viidiyoon yeroo dhiyootti waanan maxxansuuf na hordofaa. Keesumaa sarara elektirikaa diriirsuu, suphaa meeshaalee elektirikaa kan hojjetanii fi hojjechuu kan barbaaddan akkasumas barnoota teknikaa kan barattan baayyee sin fayyada.
yaada keessa comment naaf godhaa.
Galatoomaa!

Address

Debre Zeyit
251

Telephone

+251917047773

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Duge Electrical works posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Duge Electrical works:

Share