Urban Land Adeministration & Use Office

Urban Land Adeministration & Use Office To bring the quality of the gov't construction projects in our zone.

25/09/2025

865 likes, 41 comments. “Bale Mountains National Park, located in southeastern Ethiopia, is a protected area known for its stunning alpine scenery, unique wildlife like the Ethiopian wolf, and diverse ecosystems ranging from lush forests to high-altitude plateaus.”

16/07/2017
Current Progress of Facatu High School at Fadis Woreda & Allee High School at Jarso Woreda.
12/06/2017

Current Progress of Facatu High School at Fadis Woreda & Allee High School at Jarso Woreda.

The Construction  Industry Conference by Ministry of Construction in UNCEA hall is continuing for second day!
23/12/2016

The Construction Industry Conference by Ministry of Construction in UNCEA hall is continuing for second day!

09/09/2016

Aangoofi Gahee Hojii Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa.
1) Gatii yeroo meeshaa ijaarsaa fi humna namaa qindeessuun seektarootni akka beekan ni taasisa;
2) Damee ijaarsaa keessatti haala hirmaannaan hawaasaa itti babal’atu ni qorata; hojiirra ni oolcha;
3) Sadarkaa fi koodota ijaarsa gamoo, bishaanii, jallisii fi daandii naannichaa ni qopheessa; dizaayinii ijaarsaa naannicha keessatti gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii xiinxaluudhaan ni mirkaneessa; ol’aantummaan ni too’ata;
4) Dizaayiniin pirojektoota ijaarsa dhuunfaa yookiin investimantii gaggeeffaman sadarkaa fi koodii eeguu isaanii ni xiinxala; ni mirkaneessa; hayyama hojii ijaarsaa ni kenna;5) Pirojektoota baajata mootummaatiin gaggeeffamaniifwaliigalteewwanhojii fi dizaayinii ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; barbaachisaa ta’ee yoo argame ni qopheessa; raawwii isaa ni hordofa; ni too’ata;
6) Jijjiirama yookiin dabalata hojii ijaarsaa, gatii, waldiddaa pirojektoota ijaarsaa irratti uumamuu fi gaaffilee kanneen irratti dhiyaatan xiinxalee furmaata akka argatan haala ni mijeessa;
7) Ijaarsa pirojektoota gamoowwanii, daandii, bishaanii, jallisii fi ijaarasawwan kan kana fakkaataan kanneen mootummaan gaggeessu ni hordofa; kaffaltiin akka raawwatamu ni taasisa; raawwii isaas ni madaala; rakkoo mudatu qorachuun yaada furmaataa mootummaadhaaf ni dhiyeessa;
8) Fedhii hojiiwwanii fi dizaayinii konistraakshinii naannichaa ni qorata; hojiirra akka oolu ni taasisa;
9) Aangoon qaama birootiif kenname akkuma eegametti ta’ee, sadarkaawwan hojii konistiraakshinii ni baasa; akkaataa seeraatiin hojiirra ooluu isaanii ni mirkaneessa;
10) Sochii damee hojiiwwan konistiraakshinii ol’aantummaan ni gageessa; raawwii isaa ni hordofa; qaama dhimmi ilaalu waliin ni hojjata;
11) Sadarkaa caalbaasii, ijaarsaa fi walharkaa fuudhiinsa ijaarsa gamoo, bishaanii, jallisii daandii fi kan kana fakkaataan ilaalchisee too’annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata;
12) Iraarsawwan naannicha keessatti gaggeeffaman meeshaalee ijaarsaa naannotti argamuun akka ijaaramanii fi gatiin ijaarsa pirojektoota madaalawaa akka ta’u sadarkaa adda addaa qopheessee hojiirra akka oolu ni taasisa;
13) Hojii ijaarsaa irratti hirmaachuuf gaaffiin hayyama kontiraaktarummaa fi gorsitootaa yammuu dhiyaatu xiinxaluudhaan hayyama ogummaa ni kenna; ni haaromsa; sadarkaa ni guddisa; ni galmeessa; hayyamni kenname seeraa fi naamusaan ala hojiirra ooluu isaa yoo mirkaneesse ni haqa; haala raawwii isaanii irratti hundaa’uun kontiraaktarootaa fi gorsitoota gareedhaan addaan baasee seektarootni akka beekan ni taasisa;
14) Sadarkaa gorsitootaa ni murteessa; gabaasa raawwii hojii gorsitootaa ni qorata; kaffaltii tajaajila isaanii ni mirkaneessa;
15) Dizaayinoota gorsitootaan yookiin qaama biraatiin hojjataman ni qorata; ni mirkaneessa; hordoffii fi too’annoo hojiiwwan ijaarsaa ni raawwata; kaffaltiiwwan ni mirkaneessa;
16) Hojiiwwan misoomaa fi too’annoo industirii konistiraakshinii ni raawwata;
17) Bu’uura seera gamootiin hojiiwwan qulqulleessa pilaanii magaalotaa ni raawwata; dizaayinii ni gamaaggama; hayyama ijaarsaa fi itti fayyadamaa ni kenna;18) Waajjira shuumii gamoo ni gurmeessa; ni hooggana; ni too’ata; galteewwan ijaarsaa irratti qorannoo fi qo’annoo ni gaggeessa; dhaabbileen barnoota ol’aanoo hojii qo’annoo fi qorannoo irratti akka hirmaatan ni qindeessa;
19) Naannicha keessatti waldaalee maayikiroo fi xixiqqaa hojii gorsaa fi konistiraakshinii irratti bobba’an dandeettii isaanii cimee qulqullina qabaatanii gabaa irratti dorgomaa akka ta’an ni jajjabeessa; deeggarsa barbaachisaa ni kenna;
20) Hojii ijaarsaa keessatti carraan hojii hunna namaatiin raawwatamu akka babal’atu ni jajjabeessa;
21) Sadarkaa dizaayinii bulchiinsa kontiraataa, ijaarsaa fi gatii pirojektoota ijaarsaa akka qophaa’u ni taasisa; kan qophaa’ee dhiyaate ni mirkaneessa; mootummaaf gorsa ni kenna;
22) Bu’uuraalee misoomaa magaalota keessatti hojjatamaniif hojii dizaayinii fi sadarkaa ijaarsaa eeggatanii hojjatamuu isaanii ni xiinxala; ni mirkaneessa;
23) Laboratorii meeshaalee konistiraakshinii naannichaa ol’aantummaan ni bulcha; galteewwan konistiraakshinii laboratoriidhaan qoratamanii tajaajila ijaarsaatiif ooluu isaanii ni mirkaneessa;
24) Hayyama maashinarii konistiraakshinii fi dhiyeessa meeshaalee ijaarsaa ni kenna; ni haaromsa; hanqinni yoo jiraate sirreeffama barbaachisu ni fudhata; akka fudhatamu ni taasisa;
25) Bittaawwan konistiraakshinii ni too’ata; akka too’atamus ni taasisa;
26) Madaallii gahumsa ogummaa ogeeyyii konistiraakshinii qaama dhimmi ilaalu waliin akka gaggeeffaman ni taasisa.

03/09/2016

Waldaan Kontiraaktaroota Oromiyaa Bifa Haaraan
Hundaa’e.
Marii Kontiraaktaroota Oromiyaa Adoolessa 22/2008
Galma Abbaa Gadaatti mari’atameen koreen boordii
hojii raawwachiiftuu Waldaa Kontiraaktaroota Oromiyaa
filatamaniiru. Wixinee danbii ittiin bulmaata waldichaa
raggaasuun miseensonni kanaan dura torba turan 11
akka ta’an murteessaniiru. Haaluma kanaan,Obbo
Alamaayyoo Katamaa dura taa’aa koree boordii, Obbo
Gamshuu Bayyanaa itti aanaa dura taa’aa fi Obbo
Wayyumaa Gameesaa barreessaa Booridii hojii
raawwachiiftuu waldichaa ta’uun filatamaniirru.

03/09/2016

our office vision is to regulate construction activities
in our region

03/09/2016

የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ኮንስትራክሽን ቢሮ ተግባርና
ኃላፊነት
1. የግንባታ ዕቃዎች ወቅታዊ የገባያ ሁኔታና የሰው ኃይል በማቀናጀት
ሴክተር መስሪያ ቤቶች እንዲያውቁ ማድረግ፣
2. በግንባታው ዘርፍ የህብረተሰቡ ተሳትፎ እንዲስፋፋ ያጠናል፣
ተግባራዊም ያደርጋል
3. የህንጻ፣ የመስኖ፣ የውሃ፣ና መንገድ ግንባታዎች ደረጃና ኮድ
ያዘጋጃል፣ በክልሉ የሚካሄዱ ግንባታዎች የተቀመጡትን ደረጃና ኮድ
ጠብቆ መካሄዳቸውን ይገመግማል፣ በበላይነት ይቆጣጠራል
4. በግሉ ሴክተር ወይም በኢንቬስትመንት የሚካሄዱ የግንባታ
ፕሮጄክቶች ዲዛይን ይገመግማል፣ ያጸድቃል፣ የግንባታ ፍቃድ ይሰጣል
5. በመንግስት በጀት ለሚከናወኑ ፕሮጄክቶች የስራ ስምምነትና
የዲዛይን ስራ እንዲዘጋጅ ያደርጋል፣አስፈላጊ ሆኖ ከተገኘ ያዘጋጃል፣
አፈጻጻሙን ይከታተላል፣ ይቆጣጠራል
6. የግንባታ ዋጋ ለዉጥ ወይም ተጨማሪ ዋጋ በፕሮጄክቶች ግንባታ ላይ
የሚፈጠሩ ኣለመግባባቶችንና በዚህ ዙሪያ የሚነሱ ጥያቄዎችን
በመገምገም መፍትሔ እንዲያገኙ ሁኔታዎችን ያመቻቻል
7. በመንግሰት የሚከናወኑ የህንጻ፣ የመስኖ፣ የውሃ፣ና መንገድ
ግንባታዎችን ይከታተላል፣አፈጻጻሙን ይገመግማል፣ክፊያ እንዲፈጸም
ያደርጋል፣ አፈጻጻሙን ይከታተላል፣ የሚያጋጥሙ ችግሮችን በማጥናት
የመፍትሔ አቅጣጫ ለመንግስት ያቀርባል፣
8. የክልሉን የኮንስትራክሽን ፊላጎት ዲዛይን ያጠናል፣ ተግባራዊ
እንዲሆን ያደርጋል
9. ለሌላው አካል የተሰጠው ስልጣን እንደተጠበቀ ሆኖ የኮንስትራክሽን
ስራ ደረጃ ያወጣል፣ በህጉ መሰረት ተግባራዊ መሆኑን ያረጋግጣል፣
10. የኮንስትራክሽን ዘርፍ የስራ እንቅስቃሴዎችን በበላይነት ይመራል፣
አፈጻጻሙን ይከታተላል፣ ከሚመለከተው አካል ጋር ይሰራል፣
11. የህንጻ፣ የመስኖ፣ የውሃ፣ና መንገድ ግንባታዎችን የግንባታ ጫረታ
ደረጃን ይቆጣጠራል፣ የማስተካከያ እርምጃ ይወስዳል፣
12. በክልሉ የሚካሔዱ ግንባታዎች በአከባቢ ከሚገኙ ዕቃዎች
እንዲገነቡና የፕሮጄክቶች የግንባታ ዋጋ ተመጣጣኝ እንዲሆን የተለያዩ
ደረጃዎችን በማዘጋጀት ተግባራዊ እንዲሆኑ ያደርጋል፣
13. በግንባታ ስራ ላይ ለመሰማራት ከኮንራክተሮችና አማካሪዎች
የሚቀርብ የሙያ ፍቃድ ጥያቄን በመገምገም የሙያ ፍቃድ
ይሰጣል፣ያድሳል፣ ይመዘግባል፣ ደረጃ ያሳድጋል፣ የተሰጠው ፍቃድ
በህገወጥና ሙያዊ ስነምግበር ዉጭ ስራ ላይ ከዋለ ይሰርዛል፣
አፈጻጻማቸው ላይ በመመስረትም ከኮንራክተሮችንና አማካሪዎችን
በቡድን በማደራጀት ሴክተሮች እንዲያዉቁት ያደርጋል፣
14. የአማካሪዎችን ደረጃ ይወስናል፣ የስራ አፈጻጻማቸውን
ይገመግማል፣ የአገልግሎት ክፍያቸውን ያጸድቃል፣
15. በአማካሪዎችና በሌሎች አካላት የተሰሩ ዲዛይኖችን ይገመግማል፣
ያጸድቃል፣ የግንባታ ስራ ክትትልና ቁጥጥር ያከናዉናል፣ ክፊያዎችን
ያጸድቃል፣
16. የኮንስትራክሽን ኢንዲስትሪዎችን ልማትና ቁጥጥር ስራ ያከናዉናል፣
17. በግንባታ ህግ መሰረት የከተሞች ፕላን የማጥራት ስራ ያከናውናል፣
ዲዛይን ይገመግማል፣ የግንባታና አጠቃቃም ፍቃድ ይሰጣል፣
18. የህንጻ ሹም ጽ/ቤትን ያደራጃል፣ ይመራል፣ ይቆጣጠራል፣ በግንባታ
እቃዎች ጥራት ላይ ጥናትና ምርምር ያካሔዳል፣ የከፍተኛ ትምህርት
ተቋማት በጥናትና ምርምር ላይ እንዲሳተፉ ያደርጋል፣
19. በክልሉ በአማካሪነትና በግንባታ ስራዎች ላይ የተሰማሩ የጽቃቅንና
አነስተኛ ማህበራት አቅም ጎልብቶ ጥራትን ይዞ በገበያ ላይ ተወዳዳሪ
እንዲሆኑ ያበረታታል፣ አስፈላጊውን ድጋፍ ያደርጋል፣
20. በግንባታ ስራ ላይ በሰው ሀይል የሚሰማሩ የስራ እድሎች
እንዲስፋፉ ያበረታታል፣
21. የኮንትራት አስተዳዳር ዲዛይን ደረጃ፣ ግንባታና የፕሮጄክቶች
ግንባታ ዋጋ ተመን እንዲዘጋጅ ያደርጋል፣ ተዘጋጅቶ ሲቀርብ ያጸድቃል፣
ለመንግስት ምክር ይሰጣል፣
22. በከተሞች የሚሰሩ የመሰረተ-ልማት ስራዎች ዲዛይንና ደረጃቸውን
ጠብቆ መከናወናቸውን ይገመግማል ያጸድቃል፣
23. የክልሉን የግንባታ እቃዎች ቤተ-ሙከራን በበላይነት ያስተዳድራል፣
የግንባታ እቃዎች ግብኣት በቤተ-ሙከራ ታይቶ ለግንባታ ስራ እንዲውል
ያጸድቃል፣
24. የኮንስትራክሽን ማሽነሪዎችና የግንባታ እቃዎች አቅርቦት ፊቃድ
ይሰጣል፣ ያድሳል፣ ውስንነቶች ካሉ አስፈላጊውን የማስተካከያ እርምጃ
ይወስዳል፣ እንዲወሰድም ያደርጋል፣
25. የኮንስትራክሽን ግዢዎችን ይቆጣጠራል፣ እንዲቆጣጠርም
ያደርጋል፣
26. የኮንስትራክሽን ባለሙያዎች የሙያ ብቃት ግምገማ ከሚመለከተው
አካል ጋር በመሆን እንዲካሄድ ያደርጋል፡፡

Address

Harar
Harrar
EHZCOP

Telephone

0930179748

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urban Land Adeministration & Use Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share