06/02/2023
FOLLOW ME......
Dooniin bishaan irra yoo boqote gaariidha. Garuu bishaanni doonii keessa yoo seene balaadha..
Kiristiyaanni biyya lafaa keessa jiraachuun sirruma. Garuu biyyi lafaa kiristiyaana keessa yoo jiraate balaadha....
Hubannaa fi oogummaa nu barbaachisa....
Wanti hunduu gaarummaaf
Kiristoos Nagaa keenya...
NAGAA NAGAA NAGAA Biyya keenyaaf...